Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 1

Cuuphamuu fi Qoramuu Yesuus

9 Yeroo sana Yesuus Naazreeti ishee Galiilaatii dhufee Laga Yordaanos keessatti Yohannisiin cuuphame. 11 Sagaleen, "Ati Ilma koo isa ani jaalladhuu dha; ani baayʼee sitti nan gammada" jedhu tokkos samii irraa dhufe.

Veja também