Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 11

25 Yeroo kadhachuuf dhaabattan, akka Abbaan keessan inni samii irraa cubbuu keessan isiniif dhiisuuf, isinis yoo waanuma tokko illee nama kam iyyuu irraa qabaattan dhiisaafii. [26 Yoo dhiisuufii baattan garuu Abbaan keessan inni samii irraas cubbuu keessan isiniif hin dhiisu."]11:26 Waraabbileen tokko tokko luqqisaa 26 hin qaban.

Veja também