Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 13

24 "Bara sana keessa garuu dhiphina sana booddee,

" ‘Aduun ni dukkanoofti;

jiʼis ifa ishee hin kennitu;

25 urjiiwwan samii irraa ni harcaʼu;

humnoonni samiis ni raafamu.’ 13:25 Isa 13:10; 34:4

26 "Yeroo sana namoonni utuu Ilmi Namaa humna guddaa fi ulfinaan duumessaan dhufuu ni argu. 27 Innis Ergamoota isaa ergee filatamtoota isaa kanneen handaarawwan lafaa irraa hamma handaarawwan samiiwwaniitti jiran bubbeewwan afran irraa walitti qaba.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também