Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 4

Fakkeenya Sanyii Sanaaficaa

30 Ammas inni akkana jedhe; "Mootummaan Waaqaa maal fakkaata jechuu dandeenya? Yookaan fakkeenya maaliitiin isa ibsina? 32 Erga facaafamee booddee garuu guddatee biqiltuu hunda caala; dameewwan gurguddaa simbirroonnis gaaddisa isaa jala jiraachuu dandaʼanis qabaata."

Veja também