Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 6

17 Heroodis mataan isaa akka Yohannis qabamee, hidhamee mana hidhaatti galfamu ajajee tureetii. Innis sababii niitii obboleessa ofii isaa Fiiliphoos, sababii Heroodiyaas ishee ofii fuudhee ture sanaatiif jedhee waan kana godhe. 18 Yohannisis Heroodisiin, "Ati niitii obboleessa keetii fuudhuun kee seera miti" jedhaanii tureetii.

Veja também