Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 6

3 Namichi kun sooftuu mukaa mitii? Inni ilma Maariyaam, obboleessa Yaaqoob, kan Yoosaa, kan Yihuudaa fi kan Simoon mitii? Obboleettonni isaa as nu bira jiru mitii?" Isaanis isatti gufatan.

Veja também