Pular para o conteúdo
Publicidade

Marcos 7

20 Innis itti fufee akkana jedhe: "Wanni nama xureessuwaan nama keessaa baʼuu dha. 21 Yaadni hamaan keessa namaatii, garaa namaa keessaa baʼaatii; innis halalummaa, hanna, nama ajjeesuu, ejja, 22 doqnummaa, hammina, gowwoomsaa, jireenya gad dhiisii, hinaaffaa, maqaa nama balleessuu, of tuulummaa fi gowwummaa. 23 Wantoonni hamoon kunneen hundinuu nama keessaa baʼu; namas ni xureessu.’ "

Veja também