Pular para o conteúdo
Publicidade

Maarqos 9

Bifti Yesuus Geeddaramuu Isaa

2 Yesuus guyyaa jaʼa booddee Phexrosin, Yaaqoobii fi Yohannisin fudhatee tulluu dheeraa9:2 Akka hubannaa Yihuudootaatti tulluun ol dheeraan iddoo mijaaʼaa itti Waaqni namatti of mulʼisuu dha. tokkotti iddoo isaan hundi kophaa turuu dandaʼanitti ol isaan baase. Innis achitti fuula isaanii duratti geeddarame.

Veja também