Pular para o conteúdo
Publicidade

Malaquias 2

15 Waaqayyo tokko isaan hin goonee? Isaan fooniinis hafuuraanis kanuma isaa ti. Inni maaliif tokko isaan godhe? Sababii inni sanyii Waaqa sodaatu barbaadaa tureef. Kanaafuu of eeggadhaa; eenyu iyyuu amanamummaa niitii qeerrummaa isaatiif qabu hin cabsin.

16 "Ani wal hiikuu dhirsaa fi niitii nan jibba" jedha Waaqayyo Waaqni Israaʼel; "Ani nama wayyaa isaatiin jalʼina haguugu nan jibba" jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.

Kanaafuu of eeggadhaa; amanamummaas hin dhabinaa.

Veja também

Malaquias
Ver todos os capítulos de Malaquias