Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 11

29 Waanjoo koo baadhaa; narraas baradhaa; waan ani garraamii fi gad of qabeessa taʼeef isin lubbuu keessaniif boqonnaa ni argattu. 30 Waanjoon koo laafaa dha; baʼaan koos salphaa dha."

Veja também