Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 13

Fakkeenya Raacitiitii fi Sanyii Sanaaficaa

31 Innis akkana jedhee fakkeenya biraa isaanitti hime; "Mootummaan samii sanyii sanaaficaa kan namni fuudhee lafa qotiisaa isaa keessatti facaase tokko fakkaata. 32 Inni dhugumaan sanyii hunda irra xinnaa dha; erga guddatee garuu biqiltuu hunda caalee muka taʼa; simbirroonnis dhufanii dameewwan isaa irra jiraatu."

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também