Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 15

18 Wanni afaan namaatii baʼu garuu nama keessaa baʼa; namichas ni xureessa. 19 Sababiin isaas yaadni hamaan jechuunis ajjeesuun, ejjummaan, halalummaan, hanni, sobaan dhugaa baʼuun, maqaa nama balleessuun garaa namaa keessaa baʼaatii.

Veja também