Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 18

Nama Mootummaa Samii Keessatti Nama Hunda Caalu

1 Yeruma sana barattoonni gara Yesuus dhufanii, "Yoos mootummaa samii keessatti kan hundumaa caalu eenyu?" jedhanii gaafatan.

2 Innis mucaa xinnaa tokko ofitti waamee isaan gidduu dhaabe. 3 Akkanas jedhe: "Ani dhuguman isinitti hima; isin yoo deebitanii akkuma ijoollee taatan malee gonkumaa mootummaa samiitti hin galtan. 4 Kanaaf namni akka daaʼima kanaa gad of qabu kam iyyuu mootummaa samii keessatti nama hunda caala.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também