Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 18

4 Kanaaf namni akka daaʼima kanaa gad of qabu kam iyyuu mootummaa samii keessatti nama hunda caala. 5 Namni daaʼima akkanaa tokko maqaa kootiin simatu kam iyyuu na simata.

Veja também