Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 19

Yesuus Daaʼimman Xixinnoo Eebbise

13 Ergasii akka inni harka isaan irra kaaʼee isaaniif kadhatuuf ijoollee xixinnoo Yesuusitti fidan. Barattoonni garuu isaan ifatan.

14 Yesuusis, "Ijoolleen xixinnoon gara koo haa dhufaniitii hin dhowwinaa; mootummaan samii kan warra akkanaatii" jedhe. 15 Innis erga harka isaa isaan irra kaaʼee booddee achii deeme.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também