Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 21

Yesuus Mana Qulqullummaa Keessatti

12 Yesuus mana qulqullummaa seenee warra mana qulqullummaa keessatti bitatanii fi gurguratan hundumaa ariʼe. Minjaala warra maallaqa geeddarataniitii fi barcuma warra gugee gurguratanii garagalche. 13 Innis, " ‘Manni koo mana kadhannaa jedhama’21:13 Isa 56:7 jedhamee barreeffameera; isin garuu holqa saamtotaa gootaniirtu"21:13 Erm 7:11 isaaniin jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também