36 "Yaa barsiisaa, seera keessaa ajajni guddaan isa kami?"
37 Yesuusis akkana jedheen; "Waaqa kee Goofticha garaa kee guutuudhaan, lubbuu kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaan jaalladhu.22:37 KeD 6:5 38 Kunis ajaja jalqabaatii fi guddicha.