11 Isin keessaa namni hunda keessan caalu tajaajilaa keessan haa taʼu. 12 Namni ol of qabu kam iyyuu gad qabamaatii; namni gad of qabu kam iyyuu garuu ol qabama.