Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 24

Guyyaa fi Saʼaatiin Hin Beekamu

36 "Waaʼee guyyaa sanaa yookaan waaʼee saʼaatii sanaa garuu Abbaa qofatu beeka malee namni tokko iyyuu hin beeku; ergamoonni samii irraa iyyuu hin beekan; yookaan Ilmi iyyuu hin beeku.

Veja também