39 Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, "Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin" jedhee kadhate.