Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 27

29 gonfoo qoraattii micciiranii dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan. Harka isaa mirgaa keessas ulee kaaʼan. Fuula isaa durattis jilbeenfatanii, "Akkam ree, yaa mootii Yihuudootaa!" jedhanii isatti qoosan.

Veja também