Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 28

18 Yesuus immoo isaanitti dhiʼaatee akkana jedhe; "Taayitaan hundinuu samii fi lafa irratti naa kennameera. 19 Kanaaf dhaqaatii saba hundumaa maqaa Abbaatti, maqaa Ilmaatti, maqaa Hafuura Qulqulluuttis cuuphaatii barattoota taasisaa; 20 akka waan ani isin ajaje hunda eeganiifis isaan barsiisaa. Kunoo, ani hamma dhuma addunyaatti guyyaa hunda isin wajjinan jira."

Veja também