Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 3

Lallaba Yohannis Cuuphaa

1 Bara sana Yohannis Cuuphaan gammoojjii Yihuudaa keessatti lallabaa dhufe; 2 innis, "Mootummaan samii dhiʼaateeraatii qalbii jijjiirradhaa" jedhe.

Veja também