Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 5

Ejja

27 "Isin akka, Hin ejjin 5:27 Bau 20:14 jedhame dhageessaniirtu. 28 Ani garuu isinittin hima; namni hawwiidhaan dubartii ilaalu hundinuu yaada isaatti ishee wajjin ejjeera.

Veja também