13 Isa hamaa jalaa nu baasi malee qoramatti nu hin galchin.’ 6:13 Akka Giriikotaatti qoramatti jechuun qormaatatti jechuu.
Mootummaan, humni, ulfinnis bara baraan kan kee ti.
Ameen. 6:13 Yookaan isa hamaa jalaa hiikkaawwan durii tokko tokko jecha isa / Mootummaan, humni, ulfinnis bara baraan kan kee ti. Ameen jedhu hin qaban.