Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 7

Kadhadhaa, Barbaadaa, Balbala Rurrukutaa

7 "Kadhadhaa, isiniif ni kennamaa; barbaadaa, ni argattuu; rurrukutaa, balballi isiniif ni banamaa. 8 Namni kadhatu hundi ni argataatii; namni barbaadu ni argata; nama rurrukutuufis balballi ni banama.

Veja também