Publicidade

Mateus 8

16 Galgala sanas namoota hafuurota hamoon qabaman hedduu gara isaa fidan; innis jecha tokkoon hafuurota sana baase; dhukkubsattoota hundumaa ni fayyise. 17 Kunis akka dubbiin karaa Isaayyaas raajichaatiin,

"Inni dhibee keenya nurraa fuudhe;

dhukkuba keenyas ni baate"8:17 Isa 53:4

jedhame sun raawwatamuuf taʼe.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-