Pular para o conteúdo
Publicidade

Números 10

33 Isaan tulluu Waaqayyoo irraa kaʼanii guyyaa sadii deeman. Taabonni kakuu Waaqayyoos iddoo isaan boqotan isaaniif barbaaduuf jedhee guyyaa sadanuu isaan dura deeme. 34 Duumessi Waaqayyoo sun yeroo isaan qubata keessaa baʼan guyyaa guyyaa isaan irra ture.

35 Yeroo taabonni sun kaʼee deemu Museen akkana jedha ture;

"Yaa Waaqayyo, kaʼi!

Diinonni kee haa bittinneeffaman;

warri si jibbanis fuula kee duraa haa baqatan."

36 Yeroo inni boqochuuf dhufu akkana jedha ture;

"Yaa Waaqayyo,

gara kumaatama Israaʼel hedduutti deebiʼi."

Veja também