Publicidade

Números 6

24 " ‘ "Waaqayyo si haa eebbisu;

si haa eegus;

25 Waaqayyo fuula isaa siif haa ibsu;

garaa siif haa laafu.

26 Waaqayyo fuula isaa gara keetti haa deebisu;

nagaas siif haa kennu." ’

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-