Pular para o conteúdo
Publicidade

Provérbios 2

6 Waaqayyo ogummaa namaa kennaatii;

afaan isaa keessaa illee beekumsaa fi hubannaatu baʼa.

7 Inni qajeeltotaaf ogummaa dhugaa kuusa;

warra adeemsi isaanii mudaa hin qabneef gaachana;

8 inni daandii tolootaa ni eega;

karaa qulqulloota isaa illee ni tiksa.

Veja também