Pular para o conteúdo
Publicidade

Provérbios 24

Jecha digdamii jaʼaffaa

13 Yaa ilma ko, dammi waan gaarii taʼeef nyaadhu;

nadhiin dammaa sitti ni miʼaawa.

14 Akka ogummaan lubbuu keetti miʼaawu illee beeki;

ati yoo isa argatte fuul duratti abdii qabda;

abdiin kees hin citu.

Veja também