Publicidade

Provérbios 6

Akeekkachiisa Waaʼee Ejjaa Irratti Kenname

20 Yaa ilma ko, ajaja abbaa keetii eegi;

barsiisa haadha keetii illee hin gatin.

21 Bara baraan garaa keetti qabadhu;

morma keettis hidhadhu.

22 Yeroo ati deemtu isaan si qajeelchu;

yeroo ati raftu si eegu;

yeroo ati hirribaa kaatu illee si haasofsiisu.

23 Ajajni kun ibsaadhaatii;

barsiisni kunis ifa;

sirreeffamni amalaa immoo karaa jireenyaa ti;

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-