17 Wangeela keessatti qajeelummaan Waaqaa amantii irraa gara amantiitti mulʼateeraatii; kunis akkuma, "Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata"1:17 Anb 2:4 jedhamee barreeffamee dha.
Publicidade