17 Egaa amantiin ergaa dhagaʼuudhaan dhufa; ergaan kunis karaa dubbii waaʼee Kiristoosiin dhagaʼama. 18 Ani garuu: Isaan hin dhageenye moo? jedhee nan gaafadha; dhugumaanuu isaan dhagaʼaniiru:
"Sagaleen isaanii lafa hunda,
dubbiin isaaniis handaara addunyaa gaʼe."10:18 Far 19:4