Pular para o conteúdo
Publicidade

Romanos 14

10 Yoos ati maaliif obboleessa keetti murta ree? Yookaan maaliif obboleessa kee tuffatta ree? Nu hundi teessoo murtii Waaqaa dura ni dhaabannaatii. 11 Kunis:

" Ani jiraataadhaatii;

jilbi hundi anaaf ni jilbeenfata;

arrabni hundi Waaqaaf dhugaa baʼajedha Gooftaan"14:11 Isa 45:23

jedhamee barreeffameeraatii. 12 Kanaafis tokkoon tokkoon keenya waaʼee mataa keenyaa fuula Waaqaa duratti deebii ni kennina.

Veja também