Pular para o conteúdo
Publicidade

Romanos 6

20 Isin yeroo garboota cubbuu turtanitti, qajeelummaa irraa bilisa turtan. 22 Amma garuu waan cubbuu irraa bilisoomtanii garboota Waaqaa taataniif faayidaan isin argattan gara qulqullummaatti isin geessa; dhumni isaas jireenya bara baraa ti.

Veja também