24 Ani nama gadadamaa akkamii ti! Dhagna duʼu kana jalaa eenyutu na baasa? 25 Karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin galanni Waaqaaf haa taʼu!
Kanaafuu ani mataan koo qalbii kootiin garbicha seera Waaqaa ti; namummaa koo cubbamaadhaan garuu ani garbicha seera cubbuu ti.