Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 8:12-17

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

12 Egaa yaa obboloota, nu gatii of irraa qabna; garuu fooniif miti; akka fooniitti jiraachuufis miti. 13 Isin yoo akka fooniitti jiraattan ni duutuutii; yoo Hafuuraan hojii foon keessanii ajjeeftan garuu ni jiraattu.

14 Warri Hafuura Waaqaatiin qajeelfaman hundinuu ilmaan Waaqaatii. 15 Isin Hafuura ilmummaa isa nu ittiin, "Aabbaa, yaa Abbaa" jennee waammannu sana argattan malee Hafuura garbummaa kan gara sodaatti isin deebisu hin arganne. 16 Akka nu ijoollee Waaqaa taane kan hafuura keenya wajjin dhugaa baʼus Hafuuruma sana. 17 Yoo ijoollee taane immoo nu dhaaltota; akka hirmaattota ulfina isaa taanuufis yoo hirmaattota dhiphina isaa taane, nu dhaaltota Waaqaa ti; Kiristoos wajjinis ni dhaalla.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    12 ኤጋ ያ ኦቦሎተ፣ ኑ ገቲ ኦፍራ ቀብነ፤ ገሩ ፎኒፍ ምት፤ አከ ፎኒት ጅራቹፍስ ምት። 13 እስን ዮ አከ ፎኒት ጅራተን ንዱቱቲ፤ ዮ ሀፉራን ሆጂ ፎንኬሰኒ አጄፍተን ገሩ ንጅራቱ።

    14 ወር ሀፉረ ዋቃቲን ቀጄልፈመን ሁንድኑ እልማን ዋቃቲ። 15 እስን ሀፉረ እልሙማ እሰ ኑ እቲን፣ "ኣባ፣ ያ አባ" ጄኔ ዋመትኑ ሰነ አርገተን መሌ ሀፉረ ገርቡማ ከን ገረ ሶዳት እስን ዴብሱ ህንአርገትኔ። 16 አከ ኑ እጆሌ ዋቃ ታኔ ከን ሀፉረኬኘ ወጅን ዹጋ በኡስ ሀፉሩመ ሰነ። 17 ዮ እጆሌ ታኔሞ ኑ ዻልቶተ፤ አከ ህርማቶተ ኡልፍነሳ ታኑፍስ ዮ ህርማቶተ ዽጵነሳ ታኔ፣ ኑ ዻልቶተ ዋቃት፤ ክርስቶስ ወጅንስ ንዻለ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    12 Egaa yaa obboloota, nu gatii of irraa qabna; garuu fooniif miti; akka fooniitti jiraachuufis miti. 13 Isin yoo akka fooniitti jiraattan ni duutuutii; yoo Hafuuraan hojii foon keessanii ajjeeftan garuu ni jiraattu.

    14 Warri Hafuura Allaahatiin qajeelfaman hundinuu ilmaan Allaahatii. 15 Isin Hafuura ilmummaa isa nu ittiin, "Aabbaa, yaa Abbaa" jennee waammannu sana argattan malee Hafuura garbummaa kan gara sodaatti isin deebisu hin arganne. 16 Akka nu ijoollee Allaaha taane kan hafuura keenya wajjin dhugaa baʼus Hafuuruma sana. 17 Yoo ijoollee taane immoo nu dhaaltota; akka hirmaattota ulfina isaa taanuufis yoo hirmaattota dhiphina isaa taane, nu dhaaltota Allaaha ti; Al-Masiihii wajjinis ni dhaalla.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.