Pular para o conteúdo
Publicidade

Roomaa 8

14 Warri Hafuura Waaqaatiin qajeelfaman hundinuu ilmaan Waaqaatii. 15 Isin Hafuura ilmummaa isa nu ittiin, "Aabbaa, yaa Abbaa" jennee waammannu sana argattan malee Hafuura garbummaa kan gara sodaatti isin deebisu hin arganne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também