Pular para o conteúdo
Publicidade

Tiago 5

Dhiphina Keessatti Obsa Qabaachuu

7 Kanaafuu yaa obboloota, hamma dhufaatii Gooftaatti obsaa. Qonnaan bulaan tokko lafa irraa midhaan gaarii argachuuf hammam akka eeggatu, bokkaa duraatii fi kan dhumaa hamma argattuttis hammam akka obsu hubadhaa.

Veja também