16 Katabbiin Qulqulluun hundi hafuura afaan Allaahatii baʼeen kennaman; isaanis barsiisuuf, akeekkachiisuuf, sirreessuu fi qajeelummaan leenjisuuf ni fayyadu; 17 kunis akka namni Allaaha hojii gaarii hundumaaf guutummaatti hidhatee qophaaʼuuf.
Publicidade
2 Xiimotewos 3:16,17
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
16 ከተቢን ቁልቁሉን ሁንድ ሀፉረ አፋን ዋቃቲ በኤን ኬነመን፤ እሳንስ በርሲሱፍ፣ አኬከቺሱፍ፣ ስሬሱፊ ቀጄሉማን ሌንጅሱፍ ንፈየዱ፤ 17 ኩንስ አከ ነምን ዋቃ ሆጂ ጋሪ ሁንዱማፍ ጉቱማት ህዸቴ ቆጳኡፍ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
16 Katabbiin Qulqulluun hundi hafuura afaan Waaqaatii baʼeen kennaman; isaanis barsiisuuf, akeekkachiisuuf, sirreessuu fi qajeelummaan leenjisuuf ni fayyadu; 17 kunis akka namni Waaqaa hojii gaarii hundumaaf guutummaatti hidhatee qophaaʼuuf.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.