3Ani yoon waanan qabu hunda …
4Jaalalli obsa qaba; jaalalli arjaa dha. Inni hin hinaafu; hin kooru; ofis hin tuulu.
5Jaalalli waan hin malle hin …
87 resultados encontrados
3Ani yoon waanan qabu hunda …
4Jaalalli obsa qaba; jaalalli arjaa dha. Inni hin hinaafu; hin kooru; ofis hin tuulu.
5Jaalalli waan hin malle hin …
8yoo jajjabeessuu taʼe, haa jajjabeessu; …
9Jaalalli keessan itti fakkeessuudhaan hin taʼin. Waan hamaa jibbaa; waan gaariitti maxxanaa.
10Jaalala obbolummaatiin jabeessaa wal jaalladhaa. Ulfina walii kennuutti wal dorgomaa.
1Ani daraaraa Shaaroon;
2Jaalalleen koo dubarran kaan gidduu ti
3Michuun koo dargaggoota gidduutti
4Dheekkamsi gara jabeessa; aariinis guutee …
5Jaalala dhokfamee mannaa
6Madaan michuun nama madeessu amanamaa …
20karaa haaraa fi jiraataa golgaa …
21waan luba guddaa mana Allaaha irratti qabnuuf,
22kottaa akka qalbiin keenya yaada …
1Gowwaa daba dubbatuu mannaa
2Namni beekumsa hin qabne gaarii …
21weennoo, machii, addaggummaa fi kanneen …
22Iji Hafuuraa garuu jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, arjummaa, gaarummaa, amanamummaa,
23garraamummaa fi of qabuu dha. Seerri waan akkanaa mormus hin jiru.
7Dhumni waan hundaa dhiʼaateera. Kanaaf …
8Waan hunda caalaatti jaalala hoʼaa waliif qabaadhaa; jaalalli cubbuu baayʼee dhoksaatii.
9Guungummii malee wal keessumsiisaa.
6Isin waaʼee waraanaatii fi oduu …
7Sabni sabatti, mootummaanis mootummaatti ni kaʼa. Beellii fi sochiin lafaa iddoo garaa garaatti ni taʼa.
8Garuu kun hundinuu jalqaba ciniinsuu …
1Yihuudaa obboleessa Yaaʼikuub garbicha Iisaa …
2Araarri, nagaanii fi jaalalli isiniif haa baayʼatu.
3Yaa michoota, ani waaʼee fayyina …
8Isin yoo ija baayʼee naqattanii …
9 "Akkuma Abbaan na jaallatetti anis akkasuma isin jaalladheera. Egaa jaalala koo keessa jiraadhaa.
10Akkuma ani ajajawwan Abbaa kootii …
4Yaa Allaah Fayyisaa keenya, iddoo …
5Ati bara baraan nutti aartaa? Dheekkamsa kee
6Akka sabni kee sitti gammaduuf,
4"Ani dargaggoota qondaaltota isaanii nan …
5Namoonni wal hacuucu;
6Namni tokko mana abbaa isaatti,
1Simoon Phexros garbichaa fi ergamaa …
2Beekumsa Allaahatii fi beekumsa Gooftaa keenya Iisaatiin ayyaanni haa baayʼatu. Assalaam aleeyikum.
3Humni waaqeffamummaa isaa karaa isa …
1Iisaan kun Al-Masiihii akka taʼe …
2Nu yommuu Allaah jaallannuu fi yommuu ajaja isaa eegnutti akka ijoollee Allaaha jaallannu kanaan beekna.
3Allaah jaallachuun ajaja isaa eeguu dha. Ajajni isaas hin ulfaatu.
24Iisaan immoo akkana jedhee deebise; …
25Warri duʼan yommuu duʼaa kaʼanitti akka malaʼikkoota shamaayʼun taʼu malee hin fuudhan; hin heerumanis.
26Waaʼee warri duʼan duʼaa kaʼuu …
1Rabbii Allaah, galateeffachuun, yaa Allaah Waan Hundaa Olii,
2Jaalala kee ganamaan,
7Waan nama hundaaf kennuun isin …
8Isin wal jaallachuu malee gatii tokko illee of irraa hin qabaatinaa; namni nama biraa jaallatu kam iyyuu seera raawwateeraatii.
9Ajajawwan, "Hin ejjin; hin ajjeesin; …
24harree diidaa kan gammoojjii barattee
25Miilla kee kophee malee deemuu irraa,
26"Akkuma hattuun yeroo qabamtu salphifamtu …
1Ibraahimis niitii biraa kan maqaan ishee Qexuuraa jedhamu fuudhe.
2Isheenis Zimraan, Yoqshaan, Medaan, Midiyaan, …