Publicidade

Resultados da busca por "paz"

20 resultados encontrados

1Yaa obboloota ko, baayʼeen keessan

2Nu hundinuu karaa baayʼeedhaan gufanna. Namni waan dubbatu keessatti hin gufanne kam iyyuu nama hirʼina hin qabnee dha; dhagna isaas guutummaatti toʼachuu dandaʼa.

3Fardi akka nuuf ajajamuuf yoo

2Isheen namoota baayʼeef, anaafis gargaarsa

3Phirisqilaa fi Aqiilaa, warra Al-Masiihii Iisaadhaan na wajjin tajaajilanitti nagaa naa himaa.

4Isaan naa jedhanii lubbuu isaanii

12Dibbee fi kiraaraan sirbu;

13Isaan bara isaanii badhaadhummaadhaan fixatu;

14Taʼu illee isaan Allaahan akkana

10Wanni ani yeroo fagoo jirutti

11Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Allaahan jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.

12Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.

2Guutumaan guutuutti gad of qabaa;

3Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.

4Akkuma yeroo waamamtanitti gara abdii

18Isaan hafuura koo fi hafuura

19Waldoonni Al-Masiihii kanneen biyya Asiyaa nagaa isiniif dhaamu.

20Obboloonni hundinuu nagaa isinii dhaamu.

10kennaan midhaanii kam iyyuu jechuunis

11" ‘Seerri aarsaa nagaa kan namni tokko ittiin Rabbii Allaahaf dhiʼeessuu qabu kana.

12" ‘Inni yoo galataa galchuuf

4Isinis yommuu hangafni tiksootaa mulʼatutti

5Yaa dargaggoota, isinis akkasuma maanguddoota jalatti bulaa. Hundi keessanis tokkoo tokkoo keessaniif gad of qabiisa akka wayyaatti uffadhaa;

6Kanaafuu akka Allaahan yeroo malutti

4Borsaa yookaan korojoo yookaan kophee

5 "Yeroo mana tokko seentanitti dursaatii, ‘Nagaan mana kanaaf haa taʼu’ jedhaa.

6Yoo namni nagaa achi jiraate, nagaan keessan isaaf taʼa; yoo kanaa achii nagaan keessan isiniif deebiʼa.

14Egaa mudhii keessan dhugaan hidhadhaatii,

15qophaaʼummaa injiila nagaa akka kopheetti miilla keessanitti kaaʼadhaa dhaabadhaa.

16Kana hundumaa irrattis gaachana amantii

11Yaa ijoollee ko, kottaa na

12Namni jireenya jaallatu, kan bara gaarii arguudhaafis

13Arraba kee waan hamaa irraa,

9Fakkeenyi afaan gowwaa keessatti

10Namni gowwaa yookaan kara deemaa qaxaratu

11Akkuma sareen diddiga isheetti deebitu

1Rabbii Allaahan Yaaʼikuubiif garaa ni

2Saboonni isaan fudhatu;

3Guyyaa Rabbii Allaah itti dhiphina,

3Nu mataan keenyas duraan warra

4Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Allaaha mulʼatetti garuu,

5inni sababii qajeelummaa nu hojjenneetiif

5Yaa michuu ko, yoo isaan

6Isaan waaʼee jaalala keetii waldaa kiristaanaatti himaniiru. Maaloo haala Allaahatti toluun karaan isaanii irratti isaan gargaari.

7Isaan Maqaa isaatiif jedhanii utuu

6Waan hundumaa keessatti Allaah duratti

7Nagaan Allaah kan hubannaa hundaa ol taʼe sun karaa Al-Masiihi Iisaatiin qalbii fi yaada keessan ni eega.

8Dhuma irrattis yaa obboloota, wanni

1Bara sana faarfannaan kun biyya

2Akka sabni qajeelaan,

3Inni sitti irkateeraatii,

4Warri gaddan eebbifamoo dha;

5Warri garraamiin eebbifamoo dha;

6Warri qajeelummaa beelaʼanii fi dheebotan

1Obboloonni tokkummaadhaan walii wajjin jiraachuun,

2Kun akka zayitii gatii guddaa

4Yaa Allaah Fayyisaa keenya, iddoo

5Ati bara baraan nutti aartaa? Dheekkamsa kee

6Akka sabni kee sitti gammaduuf,

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-19_11-20-24-