Pular para o conteúdo
Publicidade

Daaniʼel 6:1-3

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Daaniʼel Boolla Leencaa Buufame

1 Daariyoos akka isaan guutummaa mootummaa isaa keessatti bulchitoota taʼaniif ilmaan moototaa 120 muuduu barbaade; 2 innis isaan irratti bulchitoota ol aantota sadii muude; isaan keessaas tokko Daaniʼel ture. Akka mooticha irra rakkinni hin geenyeefis ilmaan moototaa kunneen bulchitoota ol aantota sadan jalatti bulu. 3 Mootichi sababii Daaniʼel ilmaan moototaatii fi bulchitoota ol aantota kaan caalaa dandeettii addaa qabuuf isa jaallatee guutummaa mootummaa irratti isa muuduu barbaade.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ዳርዮስ አከ እሳን ጉቱማ ሞቱማሳ ኬሰት ቡልችቶተ ተአኒፍ እልማን ሞቶታ 120 ሙዱ በርባዴ፤ 2 እንስ እሳንረት ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ሰዲ ሙዴ፤ እሳን ኬሳስ ቶኮ ዳንኤል ቱሬ። አከ ሞትቸረ ረክን ህንጌኜፍስ እልማን ሞቶታ ኩኔን ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ሰደን ጀለት ቡሉ። 3 ሞትች ሰበቢ ዳንኤል እልማን ሞቶታቲፊ ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ካን ጫላ ደንዴቲ አዳ ቀቡፍ እሰ ጃለቴ ጉቱማ ሞቱማረት እሰ ሙዱ በርባዴ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Daariyoos akka isaan guutummaa mootummaa isaa keessatti bulchitoota taʼaniif ilmaan moototaa 120 muuduu barbaade; 2 innis isaan irratti bulchitoota ol aantota sadii muude; isaan keessaas tokko Daaniʼel ture. Akka mooticha irra rakkinni hin geenyeefis ilmaan moototaa kunneen bulchitoota ol aantota sadan jalatti bulu. 3 Mootichi sababii Daaniʼel ilmaan moototaatii fi bulchitoota ol aantota kaan caalaa dandeettii addaa qabuuf isa jaallatee guutummaa mootummaa irratti isa muuduu barbaade.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.