4 Sababii kanaaf bulchitoonni ol aantonnii fi ilmaan moototaa waan hojii mootummaa ilaaluun Daaniʼelin himachuuf karaa barbaadan; garuu akkas gochuu hin dandeenye. Daaniʼel amanamaa, of eeggataa fi nama mudaa hin qabne waan taʼeef isaan isa irratti dogoggora tokko iyyuu argachuu hin dandeenye. 5 Dhuma irrattis namoonni kunneen, "Yoo waan seera Allaah isaatiin wal qabatu taʼe malee waan ittiin namicha Daaniʼel jedhamu kana himannu tokko iyyuu hin argannu" jedhan.
Daaniʼel 6:4,5
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
4 ሰበቢ ከናፍ ቡልችቶትን ኦል ኣንቶትኒፊ እልማን ሞቶታ ዋን ሆጂ ሞቱማ እላሉን ዳንኤልን ህመቹፍ ከራ በርባደን፤ ገሩ አከስ ጎቹ ህንደንዴኜ። ዳንኤል አመነማ፣ ኦፍ ኤገታፊ ነመ ሙዳ ህንቀብኔ ዋን ተኤፍ እሳን እሰረት ዶጎጎረ ቶኮዩ አርገቹ ህንደንዴኜ። 5 ዹመረትስ ነሞትን ኩኔን፣ "ዮ ዋን ሴረ ዋቀሳቲን ወል ቀበቱ ተኤ መሌ ዋን እቲን ነምቸ ዳንኤል ጄዸሙ ከነ ህመትኑ ቶኮዩ ህንአርገትኑ" ጄዸን።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
4 Sababii kanaaf bulchitoonni ol aantonnii fi ilmaan moototaa waan hojii mootummaa ilaaluun Daaniʼelin himachuuf karaa barbaadan; garuu akkas gochuu hin dandeenye. Daaniʼel amanamaa, of eeggataa fi nama mudaa hin qabne waan taʼeef isaan isa irratti dogoggora tokko iyyuu argachuu hin dandeenye. 5 Dhuma irrattis namoonni kunneen, "Yoo waan seera Waaqa isaatiin wal qabatu taʼe malee waan ittiin namicha Daaniʼel jedhamu kana himannu tokko iyyuu hin argannu" jedhan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.