Pular para o conteúdo
Publicidade

Ruut 1:14-17

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

14 Isaan amma illee sagalee isaanii ol fudhatanii booʼan. Kana irratti Orphaan haadha dhirsa ishee dhungattee nagaatti jetteen; Ruut garuu isheetti marmite.

15 Naaʼomiinis, "Kunoo, waarsaan kee gara saba isheetii fi waaqeffatamtoota isheetti deebiʼaa jirti. Atis ishee wajjin deebiʼi" jetteen.

16 Ruut garuu akkana jettee deebifte; "Akka ani si dhiisu yookaan si biraa deebiʼu na hin dirqisiisin. Iddoo ati deemtu nan deema; iddoo ati jiraattus nan jiraadha. Sabni kee saba koo ni taʼa; Allaahan kees Allaah koo ni taʼa. 17 Iddoo ati itti duututti anis nan duʼa; achittis nan qabbarama. Siʼachi yoo duuti gargari nu baase malee yoo ani si dhiisee deeme Rabbii Allaahan na haa adabu; adabbiin sunis akka malee haa cimu."

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    14 እሳን አመሌ ሰገሌሳኒ ኦል ፉዸተኒ ቦአን። ከነረት ኦርፋን ሃዸ ዽርሰሼ ዹንገቴ ነጋት ጄቴን፤ ሩት ገሩ እሼት መርምቴ።

    15 ኑሃሚንስ፣ "ኩኖ፣ ዋርሳንኬ ገረ ሰበሼቲፊ ዋቆተሼት ዴብኣ ጅርት። አትስ እሼ ወጅን ዴብእ" ጄቴን።

    16 ሩት ገሩ አከነ ጄቴ ዴብፍቴ፤ "አከ አን ስ ዺሱ ዮካን ስ ብራ ዴብኡ ነ ህንድርቅሲስን። እዶ አት ዴምቱ ነንዴመ፤ እዶ አት ጅራቱስ ነንጅራዸ። ሰብንኬ ሰበኮ ንተአ፤ ዋቅንኬስ ዋቀኮ ንተአ። 17 እዶ አት እት ዱቱት አንስ ነንዱአ፤ አችትስ ነንአዋለመ። ስአች ዮ ዱት ገርገር ኑ ባሴ መሌ ዮ አን ስ ዺሴ ዴሜ ዋቀዮ ነ ሃአደቡ፤ አደቢን ሱንስ አከ መሌ ሃጭሙ።"

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    14 Isaan amma illee sagalee isaanii ol fudhatanii booʼan. Kana irratti Orphaan haadha dhirsa ishee dhungattee nagaatti jetteen; Ruut garuu isheetti marmite.

    15 Naaʼomiinis, "Kunoo, waarsaan kee gara saba isheetii fi waaqota isheetti deebiʼaa jirti. Atis ishee wajjin deebiʼi" jetteen.

    16 Ruut garuu akkana jettee deebifte; "Akka ani si dhiisu yookaan si biraa deebiʼu na hin dirqisiisin. Iddoo ati deemtu nan deema; iddoo ati jiraattus nan jiraadha. Sabni kee saba koo ni taʼa; Waaqni kees Waaqa koo ni taʼa. 17 Iddoo ati itti duututti anis nan duʼa; achittis nan awwaalama. Siʼachi yoo duuti gargari nu baase malee yoo ani si dhiisee deeme Waaqayyo na haa adabu; adabbiin sunis akka malee haa cimu."

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Rute
Ver todos os capítulos de Rute