Nagaa Gaafachuu
1 Yaaʼikuub garbicha Allaahatii fi kan Iisaa Al-Masiihi Gooftichaa irraa,
Gara gosoota kudha lamaan bibittinnaaʼaniitti:
Assalaam aleeyikum.
1 Yaaʼikuub garbicha Allaahatii fi kan Iisaa Al-Masiihi Gooftichaa irraa,
Gara gosoota kudha lamaan bibittinnaaʼaniitti:
Assalaam aleeyikum.
1 ያቆብ ገርብቸ ዋቃቲፊ ከን ዬሱስ ክርስቶስ ጎፍትቻራ።
ገረ ጎሶተ ኩዸ ለማን ብብትናአኒት።
ነጋን እስኒፍ ሃተኡ።
1 Yaaqoob garbicha Waaqaatii fi kan Yesuus Kiristoos Gooftichaa irraa,
Gara gosoota kudha lamaan bibittinnaaʼaniitti:
Nagaan isiniif haa taʼu.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.