Pular para o conteúdo
Publicidade

Yaaʼikuub 2:1-4

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Nama Wal caalchisuun Dhowwaa dha

1 Yaa obboloota ko, isin waan Gooftaa keenya kan ulfinaa Iisaa Al-Masiihitti amantaniif nama wal hin caalchisinaa. 2 Namni qubeelaa warqee kaaʼatee uffata bareedaas uffatu tokko gara wal gaʼii keessanii dhufa haa jennu; akkasumas hiyyeessi darsa uffatu ni dhufa haa jennu. 3 Isinis yoo namicha uffata bareedaa uffatu sanaaf ulfina addaa kennitanii, "Maaloo kottuu iddoo gaarii taaʼi!" jettan, yoo namicha hiyyeessa sanaan immoo, "Ati achi dhaabadhu" yookaan "Kottuutii miilla koo bira taaʼi!" jettan, 4 isin gidduu keessanitti garaa garummaa uumtanii warra yaada hamaan murteessitan hin taanee?

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ያ ኦቦሎተኮ፣ እስን ዋን ጎፍታኬኘ ከን ኡልፍና ዬሱስ ክርስቶስት አመንተኒፍ ነመ ወል ህንጫልችስና። 2 ነምን ቁቤላ ወርቄ ካአቴ ኡፈተ በሬዳስ ኡፈቱ ቶኮ ገረ ወል ገኢኬሰኒ ዹፈ ሃጄኑ፤ አከሱመስ ህዬስ ደርሰ ኡፈቱ ንዹፈ ሃጄኑ። 3 እስንስ ዮ ነምቸ ኡፈተ በሬዳ ኡፈቱ ሰናፍ ኡልፍነ አዳ ኬንተኒ፣ "ማሎ ኮቱ እዶ ጋሪ ታእ!" ጄተን፣ ዮ ነምቸ ህዬሰ ሰናንሞ፣ "አት አች ዻበዹ" ዮካን "ኮቱቲ ሚለኮ ብረ ታእ!" ጄተን፣ 4 እስን ግዱኬሰንት ገራ ገሩማ ኡምተኒ ወረ ያደ ሀማን ሙርቴስተን ህንታኔ?

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Yaa obboloota ko, isin waan Gooftaa keenya kan ulfinaa Yesuus Kiristoositti amantaniif nama wal hin caalchisinaa. 2 Namni qubeelaa warqee kaaʼatee uffata bareedaas uffatu tokko gara wal gaʼii keessanii dhufa haa jennu; akkasumas hiyyeessi darsa uffatu ni dhufa haa jennu. 3 Isinis yoo namicha uffata bareedaa uffatu sanaaf ulfina addaa kennitanii, "Maaloo kottuu iddoo gaarii taaʼi!" jettan, yoo namicha hiyyeessa sanaan immoo, "Ati achi dhaabadhu" yookaan "Kottuutii miilla koo bira taaʼi!" jettan, 4 isin gidduu keessanitti garaa garummaa uumtanii warra yaada hamaan murteessitan hin taanee?

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.