21 Abbaan keenya Ibraahim yommuu ilma isaa Yisihaaqin iddoo aarsaa irratti dhiʼeessetti waan hojjete sanaaf qajeelaa taʼee hin lakkaaʼamnee ree? 22 Akka amantiin isaatii fi hojiin isaa tokkummaan hojjechaa turan ni argita; waan inni hojjeteenis amantiin isaa guutuu taʼe. 23 Kanaanis wanni katabbii qulqulluu keessatti, "Ibraahim Allaah amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef"2:23 Uma 15:6 jedhu ni raawwatame; innis michuu Allaaha jedhame.
Yaaʼikuub 2:21-23
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
21 አባንኬኘ አብረሃም ዮሙ እልመሳ ይስሃቅን እዶ ኣርሳረት ዽኤሴት ዋን ሆጄቴ ሰናፍ ቀጄላ ተኤ ህንለካአምኔሬ? 22 አከ አመንቲንሳቲፊ ሆጂንሳ ቶኩማን ሆጄቻ ቱረን ንአርግተ፤ ዋን እን ሆጄቴንስ አመንቲንሳ ጉቱ ተኤ። 23 ከናንስ ወን ከተቢ ቁልቁሉ ኬሰት፣ "አብረሃም ዋቀ አመኔ፤ ኩንስ ቀጄሉማት ለካአሜፍ"2፥23 ኡመ 15፥6 ጄዹ ንራወተሜ፤ እንስ ምቹ ዋቃ ጄዸሜ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
21 Abbaan keenya Abrahaam yommuu ilma isaa Yisihaaqin iddoo aarsaa irratti dhiʼeessetti waan hojjete sanaaf qajeelaa taʼee hin lakkaaʼamnee ree? 22 Akka amantiin isaatii fi hojiin isaa tokkummaan hojjechaa turan ni argita; waan inni hojjeteenis amantiin isaa guutuu taʼe. 23 Kanaanis wanni katabbii qulqulluu keessatti, "Abrahaam Waaqa amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef"2:23 Uma 15:6 jedhu ni raawwatame; innis michuu Waaqaa jedhame.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.