Pular para o conteúdo
Publicidade

Tiitoo 3:1,2

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Waan Gaarii Hojjechuudhaaf Fayyifamuu

1 Ati akka namoonni bulchitootaa fi abbootii taayitaatiif bulan, akka ajajamanii fi akka waan gaarii kam iyyuu hojjechuuf qophaaʼoo taʼan yaadachiisi; 2 akka isaan maqaa nama tokko illee hin balleessine, akka namoota nagaatii fi obsa qabeeyyii taʼan, akka nama hundaaf garraamummaa argisiisanis yaadachiisi.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 አት አከ ነሞትን ቡልችቶታፊ አቦቲ ታይታቲፍ ቡለን፣ አከ አጀጀመኒፊ አከ ዋን ጋሪ ከምዩ ሆጄቹፍ ቆጳኦ ተአን ያደቺስ፤ 2 አከ እሳን መቃ ነመ ቶኮሌ ህንበሌስኔ፣ አከ ነሞተ ነጋቲፊ ኦብሰ ቀቤዪ ተአን፣ አከ ነመ ሁንዳፍ ገራሙማ አርግሲሰንስ ያደቺስ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    1 Ati akka namoonni bulchitootaa fi abbootii taayitaatiif bulan, akka ajajamanii fi akka waan gaarii kam iyyuu hojjechuuf qophaaʼoo taʼan yaadachiisi; 2 akka isaan maqaa nama tokko illee hin balleessine, akka namoota nagaatii fi obsa qabeeyyii taʼan, akka nama hundaaf garraamummaa argisiisanis yaadachiisi.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Tito
Ver todos os capítulos de Tito